Русский
Открыть в Telegram

Пост Practical Software Engineering with AJ

4 августа 2026
S
Sof Omar Tech Academy
ОтветФотография
Practical Software Engineering with AJ ☆☆☆☆☆ Yeroo ammaa kanatti Software Engineering barachuun qofti gahaa miti. Ogeessa yeroo ammaa ta'uuf, ogummaa hojii, AI fayyadamuu, portfolio cimaa ijaaruu, hojii argachuu, freelancing, fi startup ijaaruu beekuun hedduu barbaachisaadha. Kanaaf, waggoota 5'n darban keessatti muuxannoo fi beekumsa ani argadhe hunda, koorsii tokko keessatti karaa salphaa, qabatama irratti hundaa'ee fi bu'a qabeessa taheen isiniif qabannee dhufaa jirra. Koorsiin kana keessatti qabiyyeewwan armaan gadii kana barattu: ☞ Introduction to Software Engineering & Programming Languages ☞ Professional Skills, AI-Assisted Coding & Cloud Infrastructure ☞ Freelancing & Starting a Software Company ☞ SaaS Projects, Innovation & Startup Incubation Eenyutu Koorsii Kana Fudhachuu Qaba? ➥ Barattoota Software Engineering fi Computer Science ➥ Developer-oota hojii jalqabaa jiran ➥ Namoota freelancing jalqabuu barbaadan ➥ Namoota startup ykn tech company ijaaruu hawwan ➥ Nama kamiiyyuu kan hojii teekinooloojii keessatti milkaa'uu barbaadan Kaayyoon keenya developer qofa osoo hin taane, ogeessa rakkoo hiiku, hojii uumuu fi addunyaa keessatti dorgomaa ta'e oomishuudha. 📢 Yeroo dhihootti ni eegala. Nu hordofaa. Odeeffannoo dabalataa argachuuf asiin nu qunnamaa: @sofomartechacademy @sofomar_contact SOF OMAR TECH ACADEMY sofomar.online
2 · 414 ·

Рядом в ленте

SSof Omar Tech AcademyPractical Software Engineering with AJ. Real Journey Shared as a Course. ( 5 Years of University, Professional Tech Skills, Freelancing on Upwork, Starting a SoSSof Omar Tech AcademyФотография
это сообщение
SSof Omar Tech Academy✅ Registration Started : 🆕 - Visit the site and see the details : 📱 sofomar.online 📱 @sofomar 📱 @sofomarauthbot Full Course Coming soon...
SSof Omar Tech AcademySof Omar Tech Academy@sofomar · канал · Образование
6 910подписчиков455средний охват поста
Лента площадки Открыть в Telegram

Открытая публичная лента из поискового индекса ChatCrawler — «Google по публичному Telegram»; обновляется по мере обхода площадки. Время — UTC.

Только публичный контент, официальный API Telegram. О проекте · Вопросы · Границы индекса · Убрать страницу из выдачи · Каталог · Поиск · Как мы считаем