Akkam Jirtan Barattoota Keenya,Akkam Qu'annaan Maal Fakkaata?
Life University Akkamitti Argitan,Haala Nyaataa,Fuula Haaraa,Haala Barnootaa?
Waggaa Tokkoffaa Kana Osoo Nama Beektanii akka Nama hin beekneetti,Akka Nama Hin Agarreetti Callistanii Biraa Taraa Jirtu Taanaan❤
Jaalala,......Jedhan Sanaaf Hin dhama'iinaa GPA(Qabxii)Qofaaf Dhama'aa Waggaa tokkoffaa Kana Keessaattuu Semestera Tokkoffaa kana,Waayee Jaalalaa,Waliin asa'uun Fataa Zanaa Jechuun Waggaa Tokkooffaa Boodaa siniif Haa Ta'u.
Eenyuyyuu hin dhagahiinaa Yeroo Kana Namni Jaalatamu,Namni Barbaadamu Nama Qabxii Gaarii qabu akka Ta'e Hin dagatiinaa.
Yuunivarsiitii Keessatti Barataan yookin Barattuun Tokko Waan Lama qofaaf Jaalatama Yookin Jaalatamti
1⃣Barnoota Wal irraa Hojjachuuf
2⃣Fataa zanaa(Wal irraa Fayyadamuuf).
Hin Gowwomiinaa Jaalalli Yoo tarii sin Qabe Waggaa 1ffaa boodatti dabarfadhaa😁😁😁
Ala Keessa Oliif Gadi Naannawaa Department Bareedan Gala Jettee Hin Dhama'iin Kana Mannaa Department Bareeda Galiitii Ala Keessa Naanna'i Booda😁😁😁 Na argattanii Yaada Koo😁😁😁
Maaliifan Akkas Siniin Jechaa jiraa? Maal Na Galche?😁😁 Barattootaa Keenya Waan Taataniif.
Isin Garuu waan isin Hin Galchine Keessa Hin Galiinaa Mooraatti Callisaa Ta'aa Keessa Keessan Nama Of hin Barsiisiinaa.😁😁😁Sin Jaalanna❤
@freshmanethiopian